EDL Damee Jimma

EDL Damee Jimma Delivery, taxi, customs clearing and postal service all logistics service

24/02/2025

Erga waa darbachuu dhiisne bubbullerra

08/09/2024
31/08/2024

EDL
Qusataa yeroofi maallaqa
Gabaabsa Karaa dheera
EDL tajaajila ergaa si'ata

Ergaa Si'ataa
19/08/2024

Ergaa Si'ataa

30/07/2024

EDL
Ergaaas, taxis,gabaa onlines nu biraa argattu
8747
0977927710 irratti bilbila isin bira jirra erssattu

Dilbata gaarii
21/07/2024

Dilbata gaarii

በኦንላይን የተገዙ እቃዎችን /ፓኬጆችን/ ቤት ለቤት የማድረስ አገልግሎትየከተማ ዉስጥ የመልእክት አገለግሎትበሀገራችነ ዋናዋና ከተሞች የመልእክት እና የጥቅል አገልግሎትየEDL መተግበሪያዉን ከ...
20/07/2024

በኦንላይን የተገዙ እቃዎችን /ፓኬጆችን/ ቤት ለቤት የማድረስ አገልግሎት
የከተማ ዉስጥ የመልእክት አገለግሎት
በሀገራችነ ዋናዋና ከተሞች የመልእክት እና የጥቅል አገልግሎት
የEDL መተግበሪያዉን ከአፕ ስቶር ወይም ከጎግል ፕሌይ በማዉረድ ወይም ወደጥሪ መአከል በመደወል አገልግሎቱን መጠቀም ይችላሉ ፡:
Meeshaalee onlaayinii bitaman mana manaatti geessu
Kutaa magaalaa biyyaa keessa gara garaatti ergaa jiranu daddabarsu
Walumaa galatti tajaajila ergaa si'ataa kennuu
Odeeffannoo dabalataaf bilbila gabaaba irratti dawwala ykn app store irra aappi keenya buufadha odeeffannoo dabalataa argadha.

14/07/2024

EDLn ergadha hariitin bakka feetan isiniif dhaqqaba , EDLn irraa bitadha irratti oomisha keessan gurguradha

የውስጥ መላክ አስጨናቂ መሆን የለበትም። በኤዲኤል ኤክስፕረስ፣ እንደ እርስዎ ያሉ አነስተኛ ንግዶች በየእለቱ ምርቶችን በየቤቱ እንዲልኩ እናቀላለን። ለፈጣን አገልግሎት እና ከችግር ነጻ የሆነ...
07/07/2024

የውስጥ መላክ አስጨናቂ መሆን የለበትም። በኤዲኤል ኤክስፕረስ፣ እንደ እርስዎ ያሉ አነስተኛ ንግዶች በየእለቱ ምርቶችን በየቤቱ እንዲልኩ እናቀላለን። ለፈጣን አገልግሎት እና ከችግር ነጻ የሆነ የማጓጓዣ ልምድ በእኛ ሊተማመኑ ይችላሉ።
Internal shipping doesn't have to be stressful. At EDL Express, we make it easy for small businesses like yours to send products across the the cuntry every day. You can rely on us for fast service and a hassle-free shipping experience.

Reach out to us today

EDLn ergadha gabaa EDL irraa bitadha Yeroof maallaqa keessan qusadha.Tajaajila qulqulluu fi hariifachiisa EDLn qunnama a...
07/07/2024

EDLn ergadha gabaa EDL irraa bitadha
Yeroof maallaqa keessan qusadha.
Tajaajila qulqulluu fi hariifachiisa EDLn qunnama argadha.
Guyyaa boqonnaa Gaarii isiniif haa ta'u!!!
መልካም የእረፍት ቀን ይሁንላችሁ!!!

  Jarraa nuti keessa jirru jarraa Teknoojiin digital ta'e itti dagaaga jiruudha. Nuti ammam Teknoojiin Wal barree jirra?...
23/06/2024


Jarraa nuti keessa jirru jarraa Teknoojiin digital ta'e itti dagaaga jiruudha. Nuti ammam Teknoojiin Wal barree jirra? hojii manaa hunda keenyaati.

EDL dijitaal Teknoojiin badhaadhe imala dheeraa gabaabse hawaasa isaa mana mana isaatti qaqqabuuf kaampaanii dhaabbatte jiruudha. EDLn beektu inni keessanuma eessattu bakka kamittu yeroo kamittu isin waliin jira.

Bakkuma feetan teessani bilbila keessaniin tajaajila EDL argachuu dandeessu .innis;
✓gabaa yoo feetan gabaa EDL irra bitadha irratti gurguradha linkii kana tuqa edlgebeya.com
√ergaa yoofetan ariitin isin qaqqaba EDLn ergadha bakka fetanitti biyya keessatti.
✓imala magaalaa finfinnee kessa yoo imaluu barbaaddan taaksi/ride EDLn imala bakka fetanitti .

EDLn fayyadama yeroofi maallaqa keessan qusadha
~EDL e-commerce
~EDL delivery
~EDL taxi/Ride
Yeroo kamittu bakka kamittu EDL isin waliin jira!!!!!
keenya Finfinnee, Jimma, Dirree Dawa, Bahardar.,.....

Odeeffannoo dabalataaf;
8747 bilbila gabaaba
0966778877
0977927710
Irratti bilbila sa'atii 24 isin tajaajiluuf qophiidha.

Address

Jimma
JIMMAADDISABABAETHIOPIA

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when EDL Damee Jimma posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The Business

Send a message to EDL Damee Jimma:

Share