Abdii sabaa 430

Abdii sabaa 430 Akuukkuun bona gogdii
Ganna buusaa buusisu
Afuuftuun duruu sobdii
Jagna maaliif doorsisu?

Miidhagaa fii gootummaa wbo kenneisiniif haa kennu oro koo
30/09/2023

Miidhagaa fii gootummaa wbo kenne
isiniif haa kennu oro koo

Beegii gimbii najjoolafa warqeeMarartee sabaaya loltuu dhugaawbo suman hargee Lolee lolchiisaa koooromummaan dhugaasuma ...
29/09/2023

Beegii gimbii najjoo
lafa warqee
Marartee sabaa
ya loltuu dhugaa
wbo suman hargee

Lolee lolchiisaa koo
oromummaan dhugaa
suma fakkaatti gama
hundaan

Yeroon isin ilaalu obsaaf murannoon maal akka fakkaattu dubbisaatin jira Jabaatan jabaa tahu Jaal Waaqoo
24/09/2023

Yeroon isin ilaalu obsaaf murannoon maal akka fakkaattu dubbisaatin jira
Jabaatan jabaa tahu Jaal Waaqoo

Eegi biyya kee akkuma abbaa kee
21/09/2023

Eegi biyya kee akkuma abbaa kee

An suman qaba mariiWbo koo nama garaainni kaan nama ganaa
19/09/2023

An suman qaba marii
Wbo koo nama garaa
inni kaan nama ganaa

17/09/2023
15/09/2023

Dukkanni harraaf nu rakkisaa 😢
boru bari'uuf calaqqisaa

Yaa rabbi ummata kanaa birmadhu
15/09/2023

Yaa rabbi ummata kanaa birmadhu

Daadhiin bookaa bookuma ilmi gootaa gootuma ! hin gufatin galma gahi
05/09/2023

Daadhiin bookaa bookuma ilmi gootaa gootuma ! hin gufatin galma gahi

Address

Sodore

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Abdii sabaa 430 posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share