Abbaa Taayitaa Geejjiba Godina Harargee Bahaa

Abbaa Taayitaa Geejjiba Godina Harargee Bahaa Suuta konkolaachisaa ni qaqqabna

16/08/2022
12/05/2022

Naannoo Oromoyaatti Sirreeffama gatii taarifaa geejjibaa

Tajaajila geejjiba si'ataa,dhaqqabamaa fi qulqullina  qabu kennuuf ejensiin geejiba godina Harargee Bahaa cimee hojjecha...
17/03/2022

Tajaajila geejjiba si'ataa,dhaqqabamaa fi qulqullina qabu kennuuf ejensiin geejiba godina Harargee Bahaa cimee hojjechaa jira.
Kanuma bu'uura godhachuun hogganaan ejensichaa obbo seyjfaddin Amaan Haajii gabaasa raawwii hojii hanga ji'a guraandhala hojjetaman sadarkaa manaajimentiitti adeemsa adeemsaan gabaasa qorachuun kallattii gara fulduraa nuuf kaa'aniiru

08/02/2022

Ejensiin Geejjiba Godina Harargee Bahaa seeralummaa caasaa Geejjibaa keessatti mul'atan hundeerraa furuuf qindoomina qaamolee gara garaa waliin taasisaa jira.kana gochuuf immoo hunda caalaa Hawaasni Geejjiba fayyadamu ykn imaltootni murteessaa waan tahaniif ,dhimmoota darbaa/ humnaa ol fe'uu,taarifaa ol kafalchiisuu irratti eeruu uimmataa waan barbaannuuf bakka sochootan keessatti rakkoon yoo sin mudate bilbila kana irratti bilbiluun yaada keessan nuuf kennaa 0256668533 hamaan isin hin argiin jiraadhaa

Address

Harar Oromiyaa
Harar

Telephone

+251256668533

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Abbaa Taayitaa Geejjiba Godina Harargee Bahaa posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The Business

Send a message to Abbaa Taayitaa Geejjiba Godina Harargee Bahaa:

Share