NUR BUS

NUR BUS Halal Journey

Yaarabbi lubbu koo otuun kana hin argin Nan fuudhin !!!
29/05/2026

Yaarabbi lubbu koo otuun kana hin argin Nan fuudhin !!!

2177 likes, 34 comments. “Magrib prayer🤗🤲”

27/05/2026
📢 Oduu Gammachiisaa:Dhaabbata Nur Bus irraa!Guyyaa har'aa Dhaabbanni Nur Bus seenaa isaa keessatti tarkaanfii guddaa bir...
09/05/2026

📢 Oduu Gammachiisaa:
Dhaabbata Nur Bus irraa!

Guyyaa har'aa Dhaabbanni Nur Bus seenaa isaa keessatti tarkaanfii guddaa bira ga'uun, Website isaa yeroo duraatiif ifoomsee tajaajilaaf banaa taasiseera jira. 🚀

Maaliif Website kun barbaachise? Website-n kun dhaabbanni kun gara sirna dijitaalatti akka ce'u gochuu keessatti gahee ol'aanaa qaba.

Kunis: Miseensummaa: Namni kamiyyuu, namoonni aksiyoona bitattanis ta'e kan bitachuuf karoorsitan hunduu karaa website kanaatiin salphaatti miseensa ta'uu dandeessu bituu dandeessuu.

Iftoomina: Akkaataa amansiisaa fi ifa ta'een hordoffii gochuuf haala mijataan kan hojjetamee fi kamni kamiyyu Karaa Website Nur Bus bitachuu fi Certificate isaa buufachuu akka danda'uu dha.

!
Maatiiwwan Dhaabbata Nur Bus fi kabajamtoota obboleewwan keenya kanneen sagantaa eebbaa har'aa irratti nu waliin argamtanii gammachuu keenya nuuf qooddattan hundaan "Galatoomaa, Ulfaadhaa" jenna.
Dhaabbanni keenya caalaatti cimee kan itti fufu yoo ta'u, namoota gara keenyatti dabalamuu barbaaddan hundas simachuuf qophii dha!

Odeeffannoo Dabalataaf:
📞 0937428930
📞 0908074966
Haydar Nasha
Nesrudin jibril

Nur Bus - Guddina Waliiniif!

Kabajamoo Prezidaanti Majlisa Oromiya Sheikh Gaali muktaar  Biiroo Guddicha dhaabbata NUR BUS Daawwatan.  30/8 / 2018. E...
08/05/2026

Kabajamoo Prezidaanti Majlisa Oromiya Sheikh Gaali muktaar Biiroo Guddicha dhaabbata NUR BUS Daawwatan.
30/8 / 2018. EC

Sheikh Gaaliin yeroo Daawwatanitti, Karoora dhaabbatichi Fudhatee Dhufetti Hedduu Gammaduudhaan, Hawaasni keenya Waan isaa Kana Jabeeffachuu Akka qabus Dhaamani.

Dabalataanis :- Pirezidaantichi Projectii kana Milkeessuu keessatti , Akka dhuunfattis Ta'e akka Majlisaatti waan Hundaan Akka dhaabbaticha Deeggaruuf Fedhii Ol'aana qaban Dubbatan. !

Beekumsa koo Dhabbata koof Qoodun Nan utuba , qabenya koo Dhabbata koof qoodun Dhabbata koo Nan utuba Nur bus woliin ima...
18/04/2026

Beekumsa koo Dhabbata koof Qoodun Nan utuba , qabenya koo Dhabbata koof qoodun Dhabbata koo Nan utuba Nur bus woliin imala Milkii Nuuf Haata'u!

28/03/2026

TEAMWORK
===========
Gareen hojjechuu jechuun galma waloo tokko woliin qabaachuun biraan gahuuf waliin hojjechuu jechuudha. Namoonni yeroo wal-ta’anii fi wal-deeggaran, waan kophaa hojjetanii argatan caalaa milkaa’ina guddaa galmeessuu danda'u. Gareen hojjechuun waliin jireenya, wal-qunnamtii fi yaada warra wojjin hojjannuuf kabaja kennuu nu barsiisa.
Manneen barnootaa, isportii fi bakka hojii keessatti, gareen hojjechuun qooda baay’ee murteessaa taphata. Namni garee tokko keessa jiru hundi dandeettii garaa garaa qaba, yeroo dandeettiiwwan kun walitti makaman immoo bu’aan isaa caalaatti cimaa ta’a. Gareen hojjechuun namoota gidduutti amanamummaa fi michummaa ijaara. Rakkoolee hojii keesaatti mudatan salphaatti hiikuuf nama gargaara akkasumas aadaa hojii gaarii uuma. Kanaafuu gareen waliin hojjechuu barachuun milkaa’ina jireenyaa keessatti dandeettii baay’ee barbaachisaadha.
Woliin hahojjannu!
NUR BUS

maasha Allah Hiryaa keenya Qaali ustaaz Galma saara baga Nama Gaari akka keeti zakki Dalasin wol argitani !!
06/03/2026

maasha Allah Hiryaa keenya Qaali ustaaz Galma saara baga Nama Gaari akka keeti zakki Dalasin wol argitani !!

Address

Addisabeba
Addis Ababa

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when NUR BUS posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share